1. Home /
  2. Public swimming pool /
  3. Lamma magarsa

Tags / Categories / Themes



Facebook Activity

21.12.2021

Yakkamtuun yakkamtuu seeratti hin dhiheessitu!

15.12.2021

The last ever interview with Ethiopian singer, Hachalu Hundessa - and why everyone is poring over that tape, looking for clues in their search for who killed him. [via The Listening Post]

13.12.2021

#WilliamLawrence jedhama #diplomaticofamericaa ture , . Amma Barsiisaa #UniversityglGeorgia yoo tahuu. Gaazexeessituun #AlJazeeraEnglish takka akkana jechun gafateen. #AbiyAhmed amma booda tarkaanfii akkam fudhachuu qabaa jechuun gaafate?... Innis akkas jedhe deebiseef Carraan jiru kana booda #AbiyAhmedAli dadafiidhan manguddoo waammatee lola kana dhabsiisuu qofa , yoo kun hin tahiin biyya fi ummata ofii dabarsee keennuu " See more

11.12.2021

Check it out only in Gadaa Fashion

10.12.2021

#dhugaafi_ulfii_bubbulee_Mulata_kayyoon_nafxanyaan_hiriira_Ethiopia_tokkotti_deebisaanii_gad_dhabuudha #kuni_imoo_fillannoo_ummatattin_malee_rasaasaan_hidhaadhan_uleedhaan_wanta_hin_taneedha #hawaasni_addaa_saba_fi_amantii_addaadda_qaban_haala_kamiin_sirna_tokkeessoo_abba_irree_filate_fudhata?

10.12.2021

WAA' EE K E E N YA YOO ITTI DHISAN NAMA HIN DHISUU 155 days without justice. W #JusticeforHaacaaluuHundeessaa Amnesty International USA Amnesty International France... Amnesty International Amnesty International Africa United Nations United Nations Human Rights Human Rights Watch U.S. Embassy Addis AbabaU.S. Embassy Addis Ababa Embassy Addis Ababa German Embassy Addis Ababa British British Embassy, Addis Ababa - UK in EthiopiaBritish Embassy, Addis Ababa - UK in Ethiopia Addis Ababa - UK in Ethiopia Embassy of Embassy of Sweden, Addis AbabaEmbassy of Sweden, Addis Ababa Addis Ababa The Embassy of Canada to Ethiopia See more

07.12.2021

Hattuu fi gantuun ummata kamuu bakka hin buutu #jawar_mohaammad

05.12.2021

Haadha Mana Haacee #FAANTUU --------------------------------------------------------- Dubbachuu hin dandeenye Haacee koo na dhisi Anoo maraadheera... ta'eera qawwusii" Wabii fi milkiinkee Ana maraachanii Haacee fidi naan jedhu Wal jalaa wacanii Maali yaa haceekoo Kan koo kun carraanii Mataan na socho'e Nagubate garaanii Garaa jabaatanii Narraa si fudhatanii Akkan hin fayyinetti Onneekoo madeessanii In deebita jedhee Anoo si eegaan turee Atoo hin deebine Eessa si barbaaduree? See more

04.12.2021

Biyya ofii iratti waraana labsanii Kibxata haala garin simannaa jedhanii kunis takkumaa

04.12.2021

Guyyaa tokko Simbirroon tokkoo fi kannisni haasa godhu ture. Simbirroon sun gaaffii akkasjedhu kanniisa sana gaafate."Erga itti dadhabdee, baay'ee dhamatee, damma dammeesitee booda namni damma kee si jala hatee nyaata. Kun miira ... keessa si galchee sin aarsu?"jettee gaafatte. Kannisni sunis akkasjechuun deebisteef"waa tokkoyyyu nan aarsu. Sababiin isaa namni damma koo hatuu dandeessi malee ogummaan ittin damma dammeessu hatuu hin dandeessu" jettee deebisteefi! See more

01.12.2021

Oromoon reeffa du'e wal'aanee fayyisee amma garuu galata dhabee ittiin arrabsamaa jira. Warri garaaf qabsaa'aa turan waan garaa isaanii argannaan falmattoota haqaa yeroo arrabsan argu caalaa wanti nama gubu hin jiru. Warri qubee ABC ... hin lakkaa'in faan yeroo hayyuu arrabsan baay'ee nama ajaa'iba. Miila mataa gorsu! See more

Information

Website: http://Www.Lammamagarsa.com

Followers: 1930

Reviews

Add review

See also